Seensa
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa sirna bulchiinsa galmee kaffaltoota gibiraa ammayyeessuuf hojii eegaleen siistamni quunnamtii odeeffannoodhaan deggarame tokko qoratamee akka hojiirra ooluuf qorannoo gaggeeffame irratti hundaa’uudhaan yeroo ammaa kana sirni bulchiinsa galmee ammayyaa’aan IT dhaan deggarame misoomee hojiirra jira.
Gara Sistamichaa Yoo Galuu barbaadani fi IP Internet KessanNeetwoorkii Yoo Firanet keessan jirtan jechuniis IP Internet keessan Koompiitara keessan (10.6._._) Linkii Kanaan Argachu Ni Dandeessu ORADMS