“ Kan dhama’anii bu’aa buusan ni badhaasna !”
“ Kan dhama’anii bu’aa buusan ni badhaasna !”
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa bara bajataa 2016 hanga kurmaana 2ffaatti galii qarshii bil. 57.07 sassaabuu isaa ibse.
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa Guyyaa Ayyaana Sabaa fi Sab-lammootaa mata duree Hedduminnii fi Wal-qixxummaan Tokkummaa Biyyaalessaaf!! Jedhuun fi kabaja guyyaa ayyaana Farra Malaammaltummaa taasisee jira.
&&&&
Kabaja guyyaa ayyaanaa kana irratti argamuun haasaa kan taasisan Sad.I/A/Pir.tti Hooggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa Kab/Aadde Maskaram Dabbabee akka jedhanitti guyyaa kana arguuf osoo hawwanii hin argin namoonni darban baayyee ta'uu isaanii yaadachiisuun guyyichi guyyaa Mirgi Sabaa fi Sab-lammootaa heera mootummaan wabii argate, guyyaa mirga keenya kabajuu fi biyya bulchuuf carraa arganne waan ta'eef namni hundumtiyyuu walqixxummaan sabootaa akka mirkanaa'u guchuu keessatti qooda isaa ba'uun obbolummaan biyya keenya keessatti hundee cimaarra akka dhaabbatu gochuun barbaachisaa akka ta'e yaada kaasanii jiru.
Itti dabaluunis kabajamoon Aadde Masakaram Dabbabaa dhimma deeggersa hidha laga Abbayiif Dhugaa waloo sabaa fi sablammootaa kan ta'e hidha laga Abbaayiif deeggeersa ni goona jechuun hojjettootni Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa miindaa isaanii ji'aa irraa %60 kaffaluu isaaniif galateeffachaa hojii deeggersaa kana hanga hojichi xumuramutti hamilee guddaadhaan itti fufamuu akka qabu kallattii kennanii jiru.
- Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa piroppozaala Qorannoo Dandeettii Galii Maddisiisuu Naannoo Oromiyaa
- Leenjiin Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kennaa jiru marsaan inni duraa goolabame.
- Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Leenjii Qindeessitoota Garee Hordoffii fi Sassaabbiif kennuu har'a magaalaa Baatuutti eegale.
- 1
- 2
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa Raawwii Hojii Sassaabbii Galii Taaksii 2015 fi Karoora bara 2016 Irratti hojjettoota waliin marii taasise.@@@@Marii kana irratti sad. I/A/Pir tti Hooggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaa kan argaman yammuu ta'u haasaa taasisan... Read more
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsuu Hojjettoota Biiroo sadarkaan jiraniif kennuu itti fufee jira...@@@''Qajeelfamoonni Biiroo Galiiwwan Oromiyaan ba'u haal-duree tokko malee hojiirra ooluu qaba'' jedhan Hoogganaan I/A Biiroo Galiiwwan... Read more
Baga Ayyaana Jala Bultii bara haaraan isin ga'e!!!&&&Karoorri Bu'uura Milkaa'ina Hojii ti.&&&&Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa karoora xiiqii sassaabbii galii (qar. Bil 144) galmaan gahuuf hojii karooraan hoogganamu hojjechaa kan turee fi ammas kan itti... Read more
Leenjiin Jijjiirama Waa maraaf!!&&&Leenjiin Biiroo Galiiwwanii Oromiyaatiin magaalaa Baatuutti daayirekteroota murtii taaksii magaaloota 'Regio Politan' fi qindeessitoota murtii fi odiitii taaksiitiif kennamaa ture goolabame. @@@Sagantaa xumura lenjii kanaa irratti... Read more
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Leenjii Qindeessitoota Garee Hordoffii fi Sassaabbiif kennuu har'a magaalaa Baatuutti eegale.@@@I/A/Hoogganaa fi I/G/Damee Modernaayizeeshinii fi Koropporeetii BGO Obbo Gosaa Fayisaa eegalamuu leenjichaa irratti argamuun yaada kennaniin bara kana... Read more
Leenjiin Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kennaa jiru marsaan inni duraa goolabame.@@@@Obbo Ramadaan Waariyoo Hoogganaa I/A fi I/G Damee Barumsaa fi Dhimmoota Seeraa Biiroo Galiiwwan Oromiyaa cufiinsa leenjichaa irratti argamuun yaada kennaniin; leenjiin biiroon... Read more
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa piroppozaala Qorannoo Dandeettii Galii Maddisiisuu Naannoo Oromiyaa Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaatiin bara kanaaf qophaa'e waliin ta'uun gamaaggamee jira.&&&&&Sad. I/A/Pir.tti Hooggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa kab. Aadde... Read more
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa Guyyaa Ayyaana Sabaa fi Sab-lammootaa mata duree Hedduminnii fi Wal-qixxummaan Tokkummaa Biyyaalessaaf!! Jedhuun fi kabaja guyyaa ayyaana Farra Malaammaltummaa taasisee jira.&&&&Kabaja guyyaa ayyaanaa kana irratti argamuun haasaa kan... Read more
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa bara bajataa 2016 hanga kurmaana 2ffaatti galii qarshii bil. 57.07 sassaabuu isaa ibse. @@@@@@ Biiroon Galiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii bara bajataa 2016 kan kurmaana 1ffaa fi 2ffaa /kan ji'a jahaa/ magaalaa Shaggar kutaa mag/Sabbataatti... Read more
“ Kan dhama’anii bu’aa buusan ni badhaasna !” Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Raawwii Hojii Bara 2017tiin Badhaasa Sadarkaa Diyaamendii Argate! GALIIN KABAJA BIYYAATIIF !!! Mudde 12-2018 Finfinnee Biiroon Galiiwwan Oromiyaa dhaabbata ‘Grand African Organizational and... Read more
Kan Baayyee Daawwataman
Teessoo Biiroo Galiiwwan Oromiyaa
Finfinnee, Sarbet Mooraa Biiroolee Oromiyaa keessa
Lakk Fax: +251-11-371-78-80
Lakk Poostaa: 27475
Email: Oromiarevenues@gmail.com
Finfinnee, Oromiyaa