“ Kan dhama’anii bu’aa buusan ni badhaasna !”
Itti fufaniis Obbo Gosaan, milkaa’ina hojii bara 2017 kanaaf beekamtiin nuti arganne kun hojii sassaabbii galii bara 2018 kurmaana 2ffaa xumuraa jirru Kanaan sadarkaa gaariirra kan jirru ta’ee karoora waggaa qabanne kutannoo fi kaka’umsa cimaadhaan raawwachuudhaaf nu gargaara jedhaniiru.
GALIIN KABAJA BIYYAATIIF !!!