Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa piroppozaala Qorannoo Dandeettii Galii Maddisiisuu Naannoo Oromiyaa

Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa piroppozaala Qorannoo Dandeettii Galii Maddisiisuu Naannoo Oromiyaa Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaatiin bara kanaaf qophaa'e waliin ta'uun gamaaggamee jira.
&&&&&
Sad. I/A/Pir.tti Hooggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa kab. Aadde Maskaram Dabbabaa akka jedhanitti Mootummaan dhimma kanaaf xiyyeeffannaa addaa kennee bajata ramaduun hojichi akka hojjetamu Hooggansa taasisaniif galata guddaa qaban dhiyeessanii qorannoo kana irraa bu'aa guddaan kan eeggamu akka ta'ee fi muuxannoo hojii qorannoo baroota darbanii ka'umsa godhachuun sirnaan xiyyeeffannoon itti kennamee yoo raawwatame qorannoon kun humna galii mootummaa sadarkaa ol'aanaa irra kan geessisuu fi fayyadamummaa hawaasaa daran kan dabalu akka ta'e beekamee hojicha kutannoo fi waldhaga'uun akka hojjetamu ibsanii jiru.
Haaluma wal-fakkaatuun I/A/Hog. fi I/G/Damee Misoomaa fi Bul/Taaksii Obbo lammeessaa Ayyalaa yaada kennaniin qorannoon haala walfakkaatuun baroota darban Yuniversiitii N/O waliin taasifame humna galii maddisiisuutiin eessa akka jirru kan nutti agarsiise, ofitti amanamummaa kan dabale, karoorri keenya bu'uura qorannoo akka ta'u kan taasise akkasumas dandeettii raawwachiisummaa keenya kan dabale akka ta'e kaasanii jiru.
&&&&&&

Leenjiin Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kennaa jiru marsaan inni duraa goolabame.

Leenjiin Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kennaa jiru marsaan inni duraa goolabame.
@@@@
Obbo Ramadaan Waariyoo Hoogganaa I/A fi I/G Damee Barumsaa fi Dhimmoota Seeraa Biiroo Galiiwwan Oromiyaa cufiinsa leenjichaa irratti argamuun yaada kennaniin; leenjiin biiroon walitti fufiinsaan kennaa jiru toora xiyyaaffannoo Biiroon Galiiwwanii qabate keessaa tokko Misooma Humna Namaa waan ta'eef sammuu namaa misoomsuun; beekumsa gahaa fi dandeettii raawwachiisummaa hooggansaa fi ogeessaa cimsuun ilmi namaa beekumsa argatetti fayyadamee nama guutuu ta'uun hojii hunda galeessa irratti hirmaachuu akka danda'u gochuu irratti kan xiyyeeffate akka ta'e ibsanii jiru.
&&&&
Itti dabaluunis Obbo Ramadaan Waariyoo kallatti hojii kaa'aniin bara kana karoora xiiqii qarshii bil. 144 sassaabuudhaaf itti amanamee kan fudhatame ta'uu fi biyya bulchuuf galiin murteessaa akka ta'e hubatamee adeemsi hojii Biiroo Galiiwwanii hundi sadarkaa jiranitti dhibaa'ummaa fi rakkoolee adda addaa irraa bilisa ta'uun karoora akka Biiroottis ta'e akka dhuunfaatti qabame galmaan ga'uu keessatti kutannoo cimaa, hamilee fi xiiqiidhaan hojjetanii imaanaa mootummaan nutti kenne galmaan gahuu akka qaban dhaamsa dabarsanii jiru.
@@@
Galiin Kabaja Biyyaaf!!!

Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Leenjii Qindeessitoota Garee Hordoffii fi Sassaabbiif kennuu har'a magaalaa Baatuutti eegale.

Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Leenjii Qindeessitoota Garee Hordoffii fi Sassaabbiif kennuu har'a magaalaa Baatuutti eegale.
@@@
I/A/Hoogganaa fi I/G/Damee Modernaayizeeshinii fi Koropporeetii BGO Obbo Gosaa Fayisaa eegalamuu leenjichaa irratti argamuun yaada kennaniin bara kana Biiroon Galiiwwanii sadarkaan jiran 'job rotation' kan gaggeesseef hojjetaa fi hojii walitti fiduuf yaadamee akka ta'e dubbatanii barbaachisummaan leenjichaas hojjetaa gita hojii irratti ramadame irratti gahoomsuuf jedhamee akka qophaa'e ibsanii jiru.
Itti dabaluunis obbo Gosaan akka kaasanitti kaayyoon leenjii kanaa jijjiirama fiduuf sababa ta'eef hojjetaan hamilee cimaa horatee maal karoorfadheen maal raawwadhe, hojiin waajjirichaa kamiyyuu na ilaallata jechuunii fi aadaa waliin hojjechuu cimsuun humni Oromiyaa karoora galii qabameen ol sassaabuu akka danda'u beekee karoora bara kanaa galmaan gahuu irratti xiiqiidhaan hojjechuu akka qaban kallattii kaa'uun leenjicha jalqabsiisanii jiru.
Horaa Bulaa!!
&&&&
Galiin Kabaja Biyyaaf!!!

Previous Next
  • 1
  • 2
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa Raawwii Hojii Sassaabbii Galii Taaksii 2015 fi Karoora bara 2016 Irratti hojjettoota waliin marii taasise. Monday, 29 January 2024 06:26
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa Raawwii Hojii Sassaabbii Galii Taaksii 2015 fi Karoora bara 2016 Irratti hojjettoota waliin marii taasise.@@@@Marii kana irratti sad. I/A/Pir tti Hooggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaa kan argaman yammuu ta'u haasaa taasisan... Read more
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsuu Hojjettoota Biiroo sadarkaan jiraniif kennuu itti fufee jira... Monday, 29 January 2024 06:29
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa leenjii dandeettii raawwachiisummaa cimsuu Hojjettoota Biiroo sadarkaan jiraniif kennuu itti fufee jira...@@@''Qajeelfamoonni Biiroo Galiiwwan Oromiyaan ba'u haal-duree tokko malee hojiirra ooluu qaba'' jedhan Hoogganaan I/A Biiroo Galiiwwan... Read more
Baga Ayyaana Jala Bultii bara haaraan isin ga'e!!! Karoorri Bu'uura Milkaa'ina Hojii ti. Monday, 29 January 2024 06:32
Baga Ayyaana Jala Bultii bara haaraan isin ga'e!!!&&&Karoorri Bu'uura Milkaa'ina Hojii ti.&&&&Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa karoora xiiqii sassaabbii galii (qar. Bil 144) galmaan gahuuf hojii karooraan hoogganamu hojjechaa kan turee fi ammas kan itti... Read more
Leenjiin Jijjiirama Waa maraaf!! Monday, 29 January 2024 06:34
Leenjiin Jijjiirama Waa maraaf!!&&&Leenjiin Biiroo Galiiwwanii Oromiyaatiin magaalaa Baatuutti daayirekteroota murtii taaksii magaaloota 'Regio Politan' fi qindeessitoota murtii fi odiitii taaksiitiif kennamaa ture goolabame. @@@Sagantaa xumura lenjii kanaa irratti... Read more
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Leenjii Qindeessitoota Garee Hordoffii fi Sassaabbiif kennuu har'a magaalaa Baatuutti eegale. Monday, 29 January 2024 06:36
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Leenjii Qindeessitoota Garee Hordoffii fi Sassaabbiif kennuu har'a magaalaa Baatuutti eegale.@@@I/A/Hoogganaa fi I/G/Damee Modernaayizeeshinii fi Koropporeetii BGO Obbo Gosaa Fayisaa eegalamuu leenjichaa irratti argamuun yaada kennaniin bara kana... Read more
Leenjiin Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kennaa jiru marsaan inni duraa goolabame. Monday, 29 January 2024 06:38
Leenjiin Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Magaalaa Baatuutti kennaa jiru marsaan inni duraa goolabame.@@@@Obbo Ramadaan Waariyoo Hoogganaa I/A fi I/G Damee Barumsaa fi Dhimmoota Seeraa Biiroo Galiiwwan Oromiyaa cufiinsa leenjichaa irratti argamuun yaada kennaniin; leenjiin biiroon... Read more
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa piroppozaala Qorannoo Dandeettii Galii Maddisiisuu Naannoo Oromiyaa Monday, 29 January 2024 06:41
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa piroppozaala Qorannoo Dandeettii Galii Maddisiisuu Naannoo Oromiyaa Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaatiin bara kanaaf qophaa'e waliin ta'uun gamaaggamee jira.&&&&&Sad. I/A/Pir.tti Hooggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa kab. Aadde... Read more
BGOn Guyyaa Ayyaana Sabaa fi Sab-lammootaa fi Farraa malaammaltummaa kabajera. Monday, 29 January 2024 06:42
Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa Guyyaa Ayyaana Sabaa fi Sab-lammootaa mata duree Hedduminnii fi Wal-qixxummaan Tokkummaa Biyyaalessaaf!! Jedhuun fi kabaja guyyaa ayyaana Farra Malaammaltummaa taasisee jira.&&&&Kabaja guyyaa ayyaanaa kana irratti argamuun haasaa kan... Read more
BGOn bara bajataa 2016 hanga kurmaana 2ffaatti galii qarshii bil. 57.07 sassaabuu isaa ibse. Monday, 05 February 2024 11:21
Biiroon Galiiwwan Oromiyaa bara bajataa 2016 hanga kurmaana 2ffaatti galii qarshii bil. 57.07 sassaabuu isaa ibse. @@@@@@ Biiroon Galiiwwan Oromiyaa gamaaggama raawwii hojii bara bajataa 2016 kan kurmaana 1ffaa fi 2ffaa /kan ji'a jahaa/ magaalaa Shaggar kutaa mag/Sabbataatti... Read more
“ Kan dhama’anii bu’aa buusan ni badhaasna !” Monday, 22 December 2025 07:44
“ Kan dhama’anii bu’aa buusan ni badhaasna !” Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Raawwii Hojii Bara 2017tiin Badhaasa Sadarkaa Diyaamendii Argate! GALIIN KABAJA BIYYAATIIF !!! Mudde 12-2018 Finfinnee Biiroon Galiiwwan Oromiyaa dhaabbata ‘Grand African Organizational and... Read more

Teessoo Biiroo Galiiwwan Oromiyaa

Finfinnee, Sarbet Mooraa Biiroolee Oromiyaa keessa

Lakk Bil: 011-369-15-18/ 011 369- 18-15

Lakk Fax: +251-11-371-78-80

Lakk Poostaa: 27475

Email: Oromiarevenues@gmail.com

Finfinnee, Oromiyaa

Oromia Revenue Bureau by ORB ICT